Osoo tokko tanee akka midhagnu yaa Oromoo wal facasa demu irraa wal qabata demuu osoo adeffaanne osoo wali gorfamnee mal qaba saba Koo qalii tokko tanee dina haa mohaannu kootta tokko tanaan yamichaa kenyaa Oromummati.#ABO_WBON WARUU🥰🥰
Ijoollee aayyaa wal nuu woyyaa, walii gallaa waliin bareedna, waliin milkooynaa ......❤️💚❤️ 👌🏻
#OromoVoice
#StopOromoGenocide
#Justice4Oromos
Batula Wbo❤💚❤💪🥰 retweeted
Dafqa koo coccoobsuun galma bilisummaa oromoo arguufidha
kanaafis hedduun itti gammada
gammachuun koos daangaa hin qabuu #ABO_WBO_HAAWARUU
#OROMIYAAN_BIYYA
Batula Wbo❤💚❤💪🥰 retweeted
Milkaa'ina keenyaaf wanti kutannoo bakka bu'uu danda'u tokkoyyuu hin jiru. Dandeettii ol'aanaa caalaa kutannootu barbaachisadha❤️💚❤️
Replying to @bilisummaa39
Hundii kessanu galtooma wan qabdanin obbolessa kenyaa ykn qabsaaha Oromoo cinaa dhabbatu kessanif
1
27
Batula Wbo❤💚❤💪🥰 retweeted
Namni karaa garaa gara horta kaan qabeenya, kaan horii, ani soromuuf hin dhalanne. Rakkinni narraa fagaate hin beeku garuu agabu hin bulle. Kitaaba bareessutti mana koyyuu gurgureera. Waani waaqni natti waakkate hin jiru akka beekumsaatiin, akka Oromummaa kootinis. Dr Gammachuu
Batula Wbo❤💚❤💪🥰 retweeted
Namni walle kaaa yeroo duraaf hojjete art Nagawoo ta'uu harmeefa irran dhaga'e.
Suuraa fi sagaleen kan duraa inni fayya qabuuti.
Waaqayyo nuuf haa faayisu, nus ha jajjabeessinu
youtu.be/bi-a49gvUjk?si=QiLg…
Batula Wbo❤💚❤💪🥰 retweeted
Uffata daare, deeboodhe , agabee ani lubbuu dhabe
Fira na gate gaafas na jibbe areera galaa na qoodu dhabee
Muuxa kamiitu garaa laafisse harra boossise
Isinin baana me dhagayaa warra nyakkise dhara na baayuu
Seenan akka nutti hin hafne deggersa yaala haa goonuuf.
Akkam naguma jirtu lammii koo
Bakka jirtani wan qbadanin atist Nagawoo Guutama haa gargarru
@bilisummaa39
@Moiiboon21
@RGaadisaa
@Samir111120618
@NoraOromia
@HawwiiOromoo11
@Batula430
@Sheekoo_Or
@ahmed_shafi1
@HaqaanN












