Anaa fi sabni Oromoo hundi har'a dhaabbannee sagalee tokkoon "Galatoomaa" isiniin jenna. garaan keessan waan saba keessan irratti ta'aa jiru isin dadhabbi, walitti nu qabdnii ummata keenyaaf akaa sagalee ta'uuf Halkanii fi guyyaa hojjetta jirtan. seenaan keessan hin dagatamu โ™ฅ๏ธ
Nagaan haa Boqatuu๐Ÿฅน
"Ilkaan baase akka diina Garaan maaf nama ciniina Garaan qaama keenya ture Malii maliif ofi nyaatare Lafaa ka'ee ol-dhiitahe Dhitoo boba jala ta'ee Maal ta'a utuu malaan dhohee Maal argata hadhaansa bahee!" Foon isheen boqotte malee sagaleen ishee uummata isheetiif kennite, sirboota ishee keessa jiraachuun, dhaloota hedduuf itti fufa! Lubbuun kee nagaan haa boqootu Ilfee! Her body has come to rest, but her voice will continue to live! May her soul rest in peace! #OromoVoice
2
238
๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ƒ๐ก๐ข๐ข๐ ๐š!โค retweeted
Artistii Nagayoo Guutama
5
1
7
474
๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ƒ๐ก๐ข๐ข๐ ๐š!โค retweeted
แŠ แˆแ‰ฆ แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒ แ‰ แŠ แˆ›แˆซ แ‹แŠ– แˆฐแˆ‹แˆŒ แˆ‹แ‹ญ แŠฅแ‹จแ‹ฐแˆจแˆฐ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ• แ‹จแŠ•แแˆ€แŠ• แŒแ‹ตแ‹ซ แ‰ฐแ‰ƒแ‹แˆž แ‹ˆแŒฅแ‰ทแˆ ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ11/19/2024
37
42
6
78
7,599
๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ƒ๐ก๐ข๐ข๐ ๐š!โค retweeted
Nama biraaf amanamaa tahuuf yaaluu keetiin dura Waaqaa fi mataa/sammuu keetiif amanamaa tahiโ€ผ๏ธ Addunyaa tana irraa namni marti abujadii takkaan akka godaanu hin dagatinโ€ผ๏ธWaaqaaf malee namaaf hin dullatinโ€ผ๏ธ Ilma namaa kabajii - jaaladhu malee hin sodaatinโ€ผ๏ธ Cubbuun hin kakatinโ€ผ๏ธ
10
14
603
๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ƒ๐ก๐ข๐ข๐ ๐š!โค retweeted
#wallochallange 1like 2$ 1comment $2 1share 4$ 24hrs letโ€™s go
15
18
1
25
1,352
๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ƒ๐ก๐ข๐ข๐ ๐š!โค retweeted
On March 17, 2024, Fascist Abiy's force and #FANO showed their unified attack against our people in Walloo, North Oromia. During z attack, many Oromos were severely injured. https://xitter.cf/t.co/A1i6SE9Lab @SecBlinken @SenateForeign @EUSR_Weber @NorwayMFA @AP #UN @Reuters #WallooMassacre
1
10
6
437
๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ƒ๐ก๐ข๐ข๐ ๐š!โค retweeted
Sodaa lubbu tiyyaa je'e biyya ba'e Hin jiraadhu kanbir ta'ee Biyya fi biyyee too irratti Haqaa fi aana koo keessatti Haqaan falmachuudha murtiin... Artisti fi qabsawaa Oromoo Usmaayyoo muusa
2
30
54
1,332
๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ƒ๐ก๐ข๐ข๐ ๐š!โค retweeted
Oromoota walloof karaa kamu deggersa dandeessan godhaa kan jirtan ulfaadha! Hawwasi Oromoo bakkoota kamiyyu wal waamun dhaamsa waliif dabarsuun aantummaa walloof qabdan hojiin mullisaa jirtan galatoomaa! Hiyyeessatu rorrifama, qopha galeessatu roorrifama walloon Oromoo qabaโค๐Ÿ’ช
13
19
455
๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ƒ๐ก๐ข๐ข๐ ๐š!โค retweeted
Walloon birmannaa barbaada: 1.Birmannaa humnaa! 2.Birmannaa Maallaqaa! 3.Birmannaa Midiyaa! 4.Birmannaa Namoomaa! 5.Birmannaa nagaa! 6.Birmannaa sabaa! 7.Birmannaa gama hundaa! Uummati #Walloo cunqursaa fi waraanaan bara hedduu dararamaa jira.
2
16
1
26
675
๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ƒ๐ก๐ข๐ข๐ ๐š!โค retweeted
Lammii koo dhigaan male figaan male Waregamaan male Kutataan male kufaan Male kufisaan male Bilisummaan hin Dhuftu Bilisomuuf Ammo tokkumman Kenyaa cimsun Dina Kenyaa qolachu Qofatu imimman narra Qorsa #Jabadhaa Lammiin koo martu โค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ๐Ÿ’ช
7
2
11
280
๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ƒ๐ก๐ข๐ข๐ ๐š!โค retweeted
Ummata wollo bira akkamitti dhabanaa ya saba wolitti dhufne waan takka ha gonu
6
10
322
๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ƒ๐ก๐ข๐ข๐ ๐š!โค retweeted
Gochi sukkanneessaan kun sagalee jabaadhan balaalleffatamuu qaba! @BBCWorld @RefugeesAfrica @UN_HRC @SecBlinken
25
2
15
2,072