Siin jibbuu yomiille haa
Batuu lubbuun tiyyaa
WBO gachaana koo isaa
Abdii sabaa hin jiruu dhalatu
Qaliin abbaan biyyaa situu
Naaf waregaama lubbu arasaa
Godhe Siin farsa yaa WBO
Situ sabaaf du'ee dhigaa
Keen dhabbadhe jiruu koof
Abdaadhe rabbii siin eguu
Abdii sabaaf bate