Batula Wboโค๐โค๐ช๐ฅฐ retweeted
Dafqa koo coccoobsuun galma bilisummaa oromoo arguufidha
kanaafis hedduun itti gammada
gammachuun koos daangaa hin qabuu #ABO_WBO_HAAWARUU
#OROMIYAAN_BIYYA
Batula Wboโค๐โค๐ช๐ฅฐ retweeted
Milkaa'ina keenyaaf wanti kutannoo bakka bu'uu danda'u tokkoyyuu hin jiru. Dandeettii ol'aanaa caalaa kutannootu barbaachisadhaโค๏ธ๐โค๏ธ
Batula Wboโค๐โค๐ช๐ฅฐ retweeted
Namni karaa garaa gara horta kaan qabeenya, kaan horii, ani soromuuf hin dhalanne. Rakkinni narraa fagaate hin beeku garuu agabu hin bulle. Kitaaba bareessutti mana koyyuu gurgureera. Waani waaqni natti waakkate hin jiru akka beekumsaatiin, akka Oromummaa kootinis. Dr Gammachuu
Batula Wboโค๐โค๐ช๐ฅฐ retweeted
Namni walle kaaa yeroo duraaf hojjete art Nagawoo ta'uu harmeefa irran dhaga'e.
Suuraa fi sagaleen kan duraa inni fayya qabuuti.
Waaqayyo nuuf haa faayisu, nus ha jajjabeessinu
youtu.be/bi-a49gvUjk?si=QiLgโฆ
Batula Wboโค๐โค๐ช๐ฅฐ retweeted
Uffata daare, deeboodhe , agabee ani lubbuu dhabe
Fira na gate gaafas na jibbe areera galaa na qoodu dhabee
Muuxa kamiitu garaa laafisse harra boossise
Isinin baana me dhagayaa warra nyakkise dhara na baayuu
Seenan akka nutti hin hafne deggersa yaala haa goonuuf.
Batula Wboโค๐โค๐ช๐ฅฐ retweeted
Yooyyaa Oromoon twitter kana fayyadamtan yaadachisan qaba harra saโatii muraasa booda sagantaa deggersa art. Nagayoo Guutamaaf gochuuf manni ni banama kotta hirmaadha.
@bilisummaa39
@Moiiboon21
@RGaadisaa
@Samir111120618
@NoraOromia
@HawwiiOromoo11
@Batula430
@Sheekoo_Or
Batula Wboโค๐โค๐ช๐ฅฐ retweeted
Replying to @bilisummaa39
Batula Wboโค๐โค๐ช๐ฅฐ retweeted
๐ Horroo Guduruu โ Jaartee | ๐
Oct 19, 2025
WBO, zoonii lixa oromiyaa keessa sochohuu G/ horroo guduruu ona J/ jaarteetti loltoota sirnichaa adabuun injifaannoo boonsaa galmeesseera.
Oromiyaan biyya!
#everyonefollowers #ABO_WBO #highlights #OromoFreedom #resistance #everyone #Ola #OLA #OromoFreedom #FreedomFighters #Bilisummaa #Jaartee #HorrooGuduruu
Batula Wboโค๐โค๐ช๐ฅฐ retweeted
Irreecha 2025 Celebration! ๐ฟ๐ฟ๐ฟ
This week Oromos around the world gather to honor Irreecha as a time of gratitude, renewal, and unity. This sacred Oromo festival reminds us to give thanks for the blessings of nature, the changing seasons, and the strength of community.
Whether you're celebrating in Finfinnee, at Hora Arsade, in Bishoftu, or with loved ones around the world, may this Irreecha bring peace to your heart, joy to your spirit, and hope for the days ahead.
Let us celebrate together in harmony, dressed in vibrant cultural clothes, singing praises, enjoy delicious meal and offering thanks to Waaqa!
Wishing everyone a beautiful Irreecha holiday filled with love, jubilation, and togetherness!
#Irreecha2025 ๐ฟ๐ฟ๐ฟ
Batula Wboโค๐โค๐ช๐ฅฐ retweeted
Qe'een warra Jomoree Shira warra bori hin yaadnef hin jilbeeffannu jechuu isaaniin harka fi harma muraa Anoolee kan caaluu morma muraaf saaxilaman. Yaa Jomoree "yaa intaala sanyii shira mormee citu mormaa!" Yosen Getahun๐ข youtu.be/Rd6gPKt5LEM
Batula Wboโค๐โค๐ช๐ฅฐ retweeted
Akkam bultan waraanni Oromiyaa? Abdii saba Oromoo, irreen Oromiyaa isin. Baga torbee #Ireechaa2025 geessan!
Batula Wboโค๐โค๐ช๐ฅฐ retweeted
Despite providing over 60% of Ethiopia's resources & 70% of its agriculture, Oromos are violently displaced and massacred as Abiy Ahmed's army & Amhara Fano, armed with heavy artillery, commit atrocities, leaving countless dead. https://xitter.cf/t.co/mLvcsAGlay #EndOromoGenocide #hrw

ALT Despite providing over 60% of Ethiopiaโs natural resources and producing 70% of its agricultural output, the Oromo people are being violently displaced, forced into forests, and massacred. Abiy Ahmedโs army and Fano militias, armed with heavy artillery, commit atrocities, leaving countless dead. The world must act. #StopTheGenocide #JusticeForOromos #HumanRights @AP
Batula Wboโค๐โค๐ช๐ฅฐ retweeted
Youth Darajee Marii was forcibly taken from his family by z Amhara Fano militia, backed by Abiy Ahmedโs regime. His brutal beheading was filmed & displayed for the world to witness. @SenateForeign @MikeHammerUSA @hrw @NorwayMFA @AP https://xitter.cf/t.co/bxpcBXy3lE #EndOromoGenocide
Batula Wboโค๐โค๐ช๐ฅฐ retweeted
The brutal regime is systematically setting fire to z homes of innocent farmers in Cawwaqaa district, Buunoo Baddallee zone, leaving families destitute & vulnerable. This unprovoked violence must end now. https://xitter.cf/t.co/qZfZXPwCNx #EndOromoGenocide @SenateForeign @hrw @NorwayMFA



















