Allaattii oromiyaa kan saamirraa kaattu jaala du'ee malee yaadaa du'ee hin nyaatuu 😢 by Andualem gosh.
155
YAA OROMOO retweeted
AMMEE: Hoggantoonni #ABO waggoota afur oliif ajaja mana murtii malee hidhamanii turan gadhiifaman addisstandard.com/Afaanoromo…
Qondaaltonni ABO kunneen Abdii Raggaasaa, Lammii Beenyaa, Mikaa’el Booran, Gadaa Oljiraa, Gadaa Gabbisaa, Kennasaa Ayyaanaa fi Daawit Abdataati.
YAA OROMOO retweeted
Weellisaa Kadiir Ahimad du’aan boqote
Weellisaa dargaggeessa Kadiir Ahimad har'a Adoolessa 29, 2016 ALI du’aan addunyaa kanarraa boqote.
Weellisaan Kadiir dhibee isa mudateen yeroo dheeraaf dhukkubsatee Hospitaala Yooyyaatti wal’aanamaa utuu jiruu har’a boqochuu dhagameera.
Ni bari'a...
Akka dhiyeetti hin hafu
Dukkanni yeroof ifa sarba
Barumaan sirra hin rafu
Guyyaan kun ni darbaa.
YAA OROMOO retweeted
No farewell words were spoken, no time to say goodbye, you were gone before I knew it, and only God knows why
😭😭😭😭 💔💔💔 Always, you will be part of me
You're gone now, gone but won't be forgotten
You never really left
I feel you walk beside me
I'll see you again #Father
YAA OROMOO retweeted
I just heard the shocking news that Obbo Liiban Waaqoo,—a renowned Oromo political leader, an indefatigable resistance fighter, and devotee to the Oromo cause—has passed a way. Condolences to his family, friends, comrades, and compatriots!
REST in power, Comrade!
YAA OROMOO retweeted
"Itoophiyaa diigamte qofatu Oromiyaaf nagaa kenna" Ab Liiban Waaqoo
Nagaan boqodhu!
Maatii isaanii hundaaf jajjabina haa kennuuf.
Barsiisaan galaata qaba.
Maala godhaan sil guyyaan gahee jenaan olchaan hin jiruu.
Rabbiin sif haa araaramu.😢
YAA OROMOO retweeted
In central and southern Oromiyaa @hrw @amnesty @AmnestyEARO #InvestigateAbiy #AbiyIsAWarCriminal #AbiyMustGo #OromoVoice
YAA OROMOO retweeted
Videon kun obboleeyyan keenya kaaleesaa fi dheengadda doonii kaaraa baharaa bosaassootti Gara Gaalteedha.
YAA OROMOO retweeted
Abiy's systematic starvation in Oromia must end! For the seek of weakening Oromians in terms of socioeconomic & politics, fascist Abiy has been implementing dt strategies & tactics. Of those; burn homes & crops, displacing from home, etc. @hrw #InvestigateAbiy
YAA OROMOO retweeted
E. Harargee zone, Oromos are fleeing from their village because of #Abiy_Made_Famine. Their farm was taken over & sold to PP's chat trader, who banned them from selling their farm products independently. https://xitter.cf/t.co/EK8WSsnWop @MikeHammerUSA @WFP @WHO @AP #AbiyIsAWarCriminal

ALT In the E. Harargee zone, Oromos are currently displaced from their village due to the effects of what is being termed as the “Abiy Made Famine." Their agricultural holdings have been seized and subsequently transferred to a trader affiliated with the ruling party, the PP. Consequently, these affected individuals are now subject to restrictions prohibiting them from autonomously marketing their agricultural yields.
YAA OROMOO retweeted
Har'a ilmi Oromoo Oromiyaaf dhukaasaa jira. Ati eenyuuf eenyuutti odeessaa jirta?
Warra kaayyoo
Ilmaan Aayyoo
Ilmaan Aabboo
Baattu kaayyoo
#OromoLiberationArmy #OLA #Oromiyaa
YAA OROMOO retweeted
Anis Jaal Baattee Urgeessaa tti.
#JusticeForBatteeUrgeessaa






























