Addis Standard Afaan Oromoo (@AddisstandardAO) header
Addis Standard Afaan Oromoo (@AddisstandardAO) profile picture

Facebook: https://xitter.cf/t.co/GmebE5H2vg Telegram: https://xitter.cf/t.co/cfNLWLLA6e

Ethiopia
Joined August 2023
Photo by Addis Standard Afaan Oromoo (@AddisstandardAO)Photo by Addis Standard Afaan Oromoo (@AddisstandardAO)Photo by Addis Standard Afaan Oromoo (@AddisstandardAO)Photo by Addis Standard Afaan Oromoo (@AddisstandardAO)Photo by Addis Standard Afaan Oromoo (@AddisstandardAO)Photo by Addis Standard Afaan Oromoo (@AddisstandardAO)Photo by Addis Standard Afaan Oromoo (@AddisstandardAO)Photo by Addis Standard Afaan Oromoo (@AddisstandardAO)Photo by Addis Standard Afaan Oromoo (@AddisstandardAO)Photo by Addis Standard Afaan Oromoo (@AddisstandardAO)
Oduu: Mootummaan waraana #Sudaan deeggaru waamicha Abiyyi Ahimed marii Sudaan gaggeessuuf dhiyeesse morme; bulchiinsi #RSF deeggaru immoo simate Finfinnee, Sadaasa 25, 2026: Mootummaan waraana Sudaan deeggaru waamicha Ministirri Muummee Itoophiyaa... addisstandard.com/Afaanoromo…
25
#Oromiyaa quubsumaalee Horsiisee Bulaatti tarkaanfiin akeekkachiisa hoongee duraa fudhatamuun omisha beeyladaafi aannanii fooyyessuu FAO’n ibse Cuqaasi 📷 addisstandard.com/Afaanoromo…
1
1
25
Ajajaan humna nagaa eegsisaa #Itoophiyaa bakkeewwan bobbii waraanaa #Somaaliyaa keessa jiranitti qophii loltootaa madaalan Cuqaasi📷 addisstandard.com/Afaanoromo…
26
Oduu: Haleellaan #Israa’el #Gaazaa irratti raawwatte naannawa ishee dhibbeentaa 99 ol faalama naannoof saaxileera: #Oxfam Finfinnee, Sadaasa 25, 2026: Gabaasni haaraan dhaabbata Oxfam fi Dhaabbata Qorannoo Walitti Bu’iinsaa fi Naannoo (#CEOBS) jedhamu... addisstandard.com/Afaanoromo…
23
Aaf-Yaa’iin Paarlamaa #Somaaliyaa Itoophiyaa dabalatee biyyoota ollaa Al-Shabaab waliin hojjechuun himatan Cuqaasi 📷 addisstandard.com/Afaanoromo…
25
#Itoophiyaa fi #UAE marii siyaasaa marsaa lammaffaa gaggeessuun, tumsa diinagdee fi nageenyaa babal’isuu irratti mari’atan Cuqaasi 📷 addisstandard.com/Afaanoromo…
19
#Somaaliyaan loltootaafi ajajdooota dabalatee hidhattoota #Al_Shabaab 285 ajjeesuu ishee beeksiste Cuqaasi 📷 addisstandard.com/Afaanoromo…
26
Xiinxala Gadi Fagoo: Waldhabdeen daangaa, hongeenii fi hir’inni qabeenyaa walitti bu’iinsaa fi buqqaatii daangaa #Affaar fi #Somaalee irra deebi’ee hammeessaa jira Finfinnee, Sadaasa 24, 2026: Walitti bu’iinsi falmii daangaa, waliigalteewwan siyaasaa... addisstandard.com/Afaanoromo…
44
Giddu-galli Qorannoo #Chaayinaa-#Afrikaa qorannoo imaammataa guddisuuf Finfinneetti hundeeffame Cuqaasi 📷 addisstandard.com/Afaanoromo…
34
Tajaajilli haqaa #Itoophiyaa “qaama miidhamtoota qixaan hin taajjaajilu” jechuun biyyattin akka kan fooyyessitu jaarmayaan ogeeyyii seeraa addunyaa gaafate Guutuuf Cuqaasi 📷 addisstandard.com/Afaanoromo…
1
2
109
#Itoophiyaa fi #Jibuutiin gahumsa buufata doonii fi fooyya’iinsa #koriidorii_daldalaa irratti mari’atan! Biyyoonni lamaan waqtii rooba gannaa itti aanu dura tajaajila loojistikii daldala galaanaa cimsuuf, akkasumas... Cuqaasi 📷 addisstandard.com/Afaanoromo…
31
Oduu: Haleellaan meeshaa waraanaa naannoo #Tigraay #Allaamaaxaa keessatti namoota nagaa irratti raawwatame akka yakka waraanaatti qoratamuu qaba: #Amnesty Finfinnee, Sadaasa 24, 2026: Dhukaasni meeshaa waraanaa gurguddaa humnoota mootummaa federaalaa... addisstandard.com/Afaanoromo…
1
63
#Itoophiyaan duula talaallii #pooliyoo daa’imman miiliyoona 11.3 irratti xiyyeeffate eegalte Cuqaasi📷 addisstandard.com/Afaanoromo…
1
45
Pireezdaantiin #Somaaliyaa jaarsummaa Muuseeveeniitiin marii filannoo gaggeessuuf walii galan; karoora filannoo kophaa qabanii turanis haqan Cuqaasi 📷 addisstandard.com/Afaanoromo…
1
1
34
Odeessa Guyyuu: Itiyoophiyaan #CPHIA 2026 yeroo keessummeessitutti biyyoonni #Afrikaa faayinaansii fayyaa akka deebifatan hogganaan #WHO dhaamaniiru. Finfinnee, Sadaasa 24, 2026: Daarektarri Olaanaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO), Dr. Teediroos Adaanom addisstandard.com/Afaanoromo…
1
44
#Sudaan loltoota kumaatamaan lakkaa’aman gara #Saa’ud_Arabiyaa fi #Yemanitti bobbaasuuf akka jirtu gabaafame. Cuqaasi 📷 addisstandard.com/Afaanoromo…
46
Daldalli #Chaayinaa fi #Afrikaa ji’oota saglan jalqabaa bara 2026tti %22n dabaluun doolaara biliyoona 300fi biiliyoona 12 gahe Cuqaasi 📷 addisstandard.com/Afaanoromo…
1
2
60
Odeessa Guyyuu: Biyyoonni #Arabaa haleellaa diroonii Kaartuumii fi gamoo #UN irratti raawwatame balaaleffatan Finfinnee, Sadaasa 23, 2026: #Kuweet, #Sa’udi_Arabiyaa, #Masrii fi #Kaataar haleellaa diroonii magaalaa guddoo #Sudaan, Kaartuum keessatti... addisstandard.com/Afaanoromo…
1
1
76
Pirezidaantiin Mana Murtii Waliigalaa #Somaaliyaa, af-yaa’onni paarlaamaa murtii barri aangoo isaanii xumuramuu labse akka kabajan gaafatan Cuqaasi📷 addisstandard.com/Afaanoromo…
54
Oduu: United Bank for Africa daangaa invastimantii alaa #Naayijeeriyaa’n dhibbeentaa 10tti murteessite hordofee karoora hojii baankii #Itoophiyaa keessatti babal’isuuf qabu dhaabe Finfinnee, Sadaasa 23, 2026: Biiliyeenarri Naayijeeriyaa Toonii #Elumelu.. addisstandard.com/Afaanoromo…
1
63