๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐!โค retweeted
Artistii Nagayoo Guutama
๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐!โค retweeted
แ แแฆ แฉแแจแญแฒแฒ แ แ แแซ แแ แฐแแ แแญ แฅแจแฐแจแฐ แซแแแ แจแแแแ แแตแซ แฐแแแ แแฅแทแ ๐ฅ๐ฅ11/19/2024
๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐!โค retweeted
Nama biraaf amanamaa tahuuf yaaluu keetiin dura Waaqaa fi mataa/sammuu keetiif amanamaa tahiโผ๏ธ
Addunyaa tana irraa namni marti abujadii takkaan akka godaanu hin dagatinโผ๏ธWaaqaaf malee namaaf hin dullatinโผ๏ธ
Ilma namaa kabajii - jaaladhu malee hin sodaatinโผ๏ธ
Cubbuun hin kakatinโผ๏ธ
๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐!โค retweeted
#wallochallange
1like 2$
1comment $2
1share 4$
24hrs letโs go
๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐!โค retweeted
On March 17, 2024, Fascist Abiy's force and #FANO showed their unified attack against our people in Walloo, North Oromia. During z attack, many Oromos were severely injured. https://xitter.cf/t.co/A1i6SE9Lab @SecBlinken @SenateForeign @EUSR_Weber @NorwayMFA @AP #UN @Reuters #WallooMassacre
๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐!โค retweeted
Sodaa lubbu tiyyaa je'e biyya ba'e Hin jiraadhu kanbir ta'ee
Biyya fi biyyee too irratti
Haqaa fi aana koo keessatti
Haqaan falmachuudha murtiin...
Artisti fi qabsawaa Oromoo Usmaayyoo muusa
๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐!โค retweeted
Oromoota walloof karaa kamu deggersa dandeessan godhaa kan jirtan ulfaadha!
Hawwasi Oromoo bakkoota kamiyyu wal waamun dhaamsa waliif dabarsuun aantummaa walloof qabdan hojiin mullisaa jirtan galatoomaa!
Hiyyeessatu rorrifama, qopha galeessatu roorrifama walloon Oromoo qabaโค๐ช
๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐!โค retweeted
Walloon birmannaa barbaada:
1.Birmannaa humnaa!
2.Birmannaa Maallaqaa!
3.Birmannaa Midiyaa!
4.Birmannaa Namoomaa!
5.Birmannaa nagaa!
6.Birmannaa sabaa!
7.Birmannaa gama hundaa!
Uummati #Walloo cunqursaa fi waraanaan bara hedduu dararamaa jira.
๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐!โค retweeted
Lammii koo dhigaan
male figaan male
Waregamaan male
Kutataan male kufaan
Male kufisaan male
Bilisummaan hin
Dhuftu Bilisomuuf
Ammo tokkumman
Kenyaa cimsun
Dina Kenyaa qolachu
Qofatu imimman narra
Qorsa #Jabadhaa
Lammiin koo martu
โค๏ธ๐โค๏ธ๐ช
๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐!โค retweeted
Ummata wollo bira akkamitti dhabanaa ya saba wolitti dhufne waan takka ha gonu
๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐!โค retweeted
Gochi sukkanneessaan kun sagalee jabaadhan balaalleffatamuu qaba!
@BBCWorld @RefugeesAfrica @UN_HRC @SecBlinken
๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐!โค retweeted
Replying to @YeroonAmma3
Hamma wal abaarre silaa wal faarsinee โผ๏ธ
Hubadhaa lammii koo yoona bilisoomnee โผ๏ธ
Social media irratti baanee cubbuun wal abaarraa โผ๏ธ
Akkamiin dandeenyee Oromummaa jaarraโ๏ธ
Okkoteen gubattee wacci ibiddarraaโผ๏ธ
Oromoo maal taanee dhagaa walitti harraโ๏ธ
Dubbadhu yaa garaaโผ๏ธ
๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐!โค retweeted
#Halkan_Farroo
Halkan Farroon Waxabajjii 29
๐ Halkan Haacee itti dhabne
๐ Halkan hamilee itti cabne
๐ Halkan barii dide
๐ Halkan gadda fide
Halkan sanarraa jireenya dhuunfaa jibbine ogummaa waggootaaf qabnu irraa dhiibamnee baqataa taanee hafne. Hardhallee siyaadanna
๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐!โค retweeted
Unvesitiiwwan Ethiopia keessatti mooraa keessaa fi mooraa alatti balaan ajjeefaman, walitti buโiinsa keessatti ajjeefaman fi shanee jedhamuun ajjeefaman hundi naamusaan qoratamee itti gaafatamummaa argachuu akka qabu Oromoon marti waliin duuluu qaba. #EndWarOnOromia #OromoVoice
๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐!โค retweeted
With dismantling of the federal arrangements by #Abiy Amhara elites allies, #OLA other liberation forces R the only hope of the nations.@SecBlinken @SenateForeign @eu_eeas #UN @igadsecretariat @_AfricanUnion @NorwayMFA @AP @Reuters @nytimes @AFP #EndWarOnOromia #AbiyMustGo
๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐!โค retweeted
Hoongee ganna sadiif tureen Booranatti barattoonni barnoota adda kutan 2800 ol taโan barnootatti hin deebiโiin jiru. Barattoonni Godinichaa kan kutaa 12 baratan qormaata biyyaalessaa baranaaf qoophaโuu isaani heeddu shakkisisaa dha.Nama gaddisiisa! #EndWarOnOromia #OromoVoice
๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐!โค retweeted
Ummata nagaa Oromoo irratti waraanni PP meeshaa gurguddaan gargaaramaa midhaa guddaa irratti geessisaa jiru. Uummatnii of eeggannoo barbaachisaa goodhachu qabu. https://xitter.cf/t.co/zjLxgW39uE #EndWarOnOromia #oromovoice
๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐!โค retweeted
ุฅุญุฑุงู ุงูู
ูุงุฒู ูุฅุนุชูุงูุงุช ุฌู
ุงุนูุฉ ููุฌู
ุงุช ุจุทุงุฆุฑุงุช ู
ุณูุฑุฉ ููุชู ููุฃูุฑูู
ููู ุจุงูู
ุฏูุนูุฉ ุงูุซูููุฉ ูุถุฑุจ ุฅูุฎ ู
ู ูุจู ุงูู
ูุงููู ูุขุจู. ูุฐุง ูุง ูุทุงู. @SecBlinken @SenateForeign @eu_eeas #UN @igadsecretariat @_AfricanUnion @NorwayMFA @AP @Reuters @nytimes @AFP #EndWarOnOromia
๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐!โค retweeted
Maqaa ijaarsa fi babal'ina magaalaa jedhuun mootummaan bilxiginnaa magaalaa Buraayyuu fi bakkoota birootti mana amantaa diigaa jiraachu himachuun rakkoo keenyaaf mootummaan yoo fala hin laanne mirga keenya kabachiifachuu qophii dha jedhani abbooti amantichaa. #EndWarOnOromiaโฆ