. OPDO|PP agents’ worst nightmare, especially for gantu Oromos on X, like a bad Wi-Fi signal, here to wreck their day!

Cloud
Joined July 2023
Zooniin Kibbaa leenjifamtoota abdii bilisummaa yeroo dheeraaf barsiisaa ture xumursiisuun eebbisiisee jira. Inji*anno!
2
2
245
Korommiiwwan kuni 4 ta'anii meeshaa guutuun WBO wabii sabaatti dabalamaniiru. Baga nagaan dhuftan ❤️💚❤️🙏
5
8
121
Sirna kana karaa nagaa irraatti qabsoofne dadhabne. Kanaaf W3O bira dhaabbachu filannee. Waan War"aanni Bilisummaa Oromoo murteeffatee kamu anaf ni ta'a. Hariiroon inni tolfatee kamiyyuu anan na amansiise raa. Obboo Baqqalaa Garbaa 🔥.
2
5
129
Garaagarummaan miidiyaa irrattii fi lafa irrattii kana fakkaata 😃😃 😃 😃
7
8
188
🔥Balaqqisa hunda ifa jettee hin abdatin. Wanti addaatu hundis ifa ta'uu hin danda'an. Wacaa fi iyya hundas moo'insa jette hin fudhatin. Dukkanni limixii hundis hammina baatanii hin deeman. Tarii dukkanoonni danuun moo'insa baatanii waan imalaniif abdii qabaadhu. WBOʼn Duratti✊
6
11
251
💥 Utubaa Sibilaa WBO' Maaltu Caala Orokoo, ✊💪💪 #WBOn_Haa_Waaru #viralvideo #viralreelschallenge #ViralVideos #Highlights #ABO_WBO #Oromia ✊ 🔥 ♥️ 🌳 ♥️
7
10
172
Jag tänker besöka området som @hawwiijatani tänker anordna. Hänger du med? xitter.cf/i/spaces/1YxNrbgmnaXxw

3
6
276
DHANGAA TORBANII – TAP-IN 📅 Friday, Oct 16, 2026 🕐 1:00 PM EST 🕗 8:00 PM Oromiyaa Time 💯 Pro ABO-WBO/QBO — Always and at All Times 🎥 Join the Webinar: us02web.zoom.us/j/8678767113…?… 🔹 Webinar ID: 867 8767 1137 🔹 Passcode: 193892 📢 Don’t miss this important
2
3
89
Suuraan itti dhiyyaadha. njifannoo wbo Zoonii Lixaa Guyyaa 20/9/2026 G/w/Lixaa Aanaa mana sibuu ganda Gomboo qilxujaalee iddoo addaa gabaa dafinoo ☆ #Cibraaan-Sarara-Diimaa itti agarsiiseera.
3
11
686
Z/Har-sadee kibba lixa shaggar aanaa sooddoo daaccii ganda Haroo Hoomaa tarkaanfii WBO'n diina irratti fudhateen AKM 20, PKM 1 f 5 Qacaam
7
19
820
Har'a ganama fuulbana 21,2026 kibba lixa shaggar aanaa sooddoo daaccii ganda haroo hoomaa keessatti tarkaanfii diina irratti fudhatameen kilaashii AKM 20,PKM TOKKO FI MEESHAALEE BIROO DANUU DUGDA DIINAA IRRAA HIIKATTE JIRA. INJIFANNOON UMMATA OROMOOF💪💪💪💪
2
5
562
Injifannoo WBO zoonii lixaa guyyaa 22/9/2026# buttaa burqaa( WBO godina qellam wallaggaa Aanaa muugii bakka adda sudii jedhamtutii tarkaanfi fudhatee kana fakata oromiyaan biyyaa tokkumman humna keenyaa liqimsi injifannoon kan Uummataa oromootii.
6
8
1,163
"Oromoon bakkuma lama jira; innis mooraa qabsoo bilisummaa Oromoofi mooraa pp ti. Kan kanarraa hafe ammoo warra dallaa irra dhaabbate qilleensa eeggatudha" JM tu jedhe. Deemsikee fuulduratti. Duta sarootaa hin dhaggeeffatin jetti ijoolleen A30-W30dha.
4
15
1,332
𝐈𝐍𝐉𝐈𝐅𝐀𝐍𝐍𝐎𝐎 — 𝐅𝐔𝐋𝐁𝐀𝐀𝐍𝐀 𝟐𝟒/𝟐𝟎𝟐𝟔 WBO Zoonii GG Lixa shaggar Aanaa Amboo ganda Haaruu Xirootti waraan'''ii bilisumma oromoo tarkaanfii fudhateen injifannoo galmeesseera
1
9
19
1,023
10/10/2026 Z. Harsadee injjifannoodha. Gadoochisii irraa hiiki.
1
5
1
17
929
Injifannoo WBO Aanaa ilfataattii yeroo diinaa Kaampii keessaa guksee baasuudha kuni.
1
8
2
19
4,011
Again burning 🔥 😭😭😭😭😭😭😭alive innocent Oromo in West Shager, Inchinii town Fascist Abiy’s two soldiers taking photos from different angle! #Oromia must be free from these evil doers and the rotten empire! If Fascist Abiy, @AbiyAhmedAli the rotten Ethiopian empire military (ENDF) and Nazi Shimelis adbdissa @@ShimelisAbdisa are not sent to @IntlCrimCourt then who? #Taaten Godina Sh/Lixaa Dirree incinniitti dhala namaa #Abiddaan guban sun waan #Safuuti. Rabbis guyyaa tokko nama gaafachuun isaa hin hafu. #Uummatichi cal jedhee dhaabbatee ilaaluu hin qabu ture. ~Dhuguma taaten sun Waraana bilisummaa Oromoo tasuma raawwatee haamilee hin buusu yoo haamilee jabeesse malee. ~ Gochaa fokkisaa isin gootaniif immoo akka namummaatti heera Uumaa osoo hin cabsin ni argitu. arguufis teessu. Mucaan inni Niqqiluu jedhan Dajanee Kitaabaa jedhamtu sun baga wal beekne ....... ~ Guyyaan waan baayee qabdi....baayes waa jechuurra baayee waa gochuudhuma wayya” - #Jaal_Barseena_Oromoo @amnesty @hrw @addisstandard @ReutersAfrica @BBCWorld @svtnyheter @svt @redcrosscanada @ReddBarna
5
8
304
Gaaffii fi Deebii Jaal Ibsaa Guutamaa Hogganaa ABO Gadaa Darbee Waliin Taasisne Har'a Galgala Sa'aatii 2:00n Qabannee Isiniif Dhiyaanna!
11
34
1,534
Onk.9/2026 Zoonii GGtti Booji'amtoota Aanaa Amboo Gandaa Haroo xirootti Fulb 24/2026 Lolarrqtti milishoota 10n Boji'amaani fi onk 2/2026 Aanaa Amboo Ganda Dikiitti lola lolameen riphee 4 booji'amte leenjii fi Barnoota barbaachisaa kennuufin gara maatii isaaniitti nagaan geggeeff
1
5
13
899