. OPDO|PP agentsโ€™ worst nightmare, especially for gantu Oromos on X, like a bad Wi-Fi signal, here to wreck their day!

Cloud
Joined July 2023
Sirna kana karaa nagaa irraatti qabsoofne dadhabne. Kanaaf W3O bira dhaabbachu filannee. Waan War"aanni Bilisummaa Oromoo murteeffatee kamu anaf ni ta'a. Hariiroon inni tolfatee kamiyyuu anan na amansiise raa. Obboo Baqqalaa Garbaa ๐Ÿ”ฅ.
2
4
123
Garaagarummaan miidiyaa irrattii fi lafa irrattii kana fakkaata ๐Ÿ˜ƒ๐Ÿ˜ƒ ๐Ÿ˜ƒ ๐Ÿ˜ƒ
7
8
178
๐Ÿ”ฅBalaqqisa hunda ifa jettee hin abdatin. Wanti addaatu hundis ifa ta'uu hin danda'an. Wacaa fi iyya hundas moo'insa jette hin fudhatin. Dukkanni limixii hundis hammina baatanii hin deeman. Tarii dukkanoonni danuun moo'insa baatanii waan imalaniif abdii qabaadhu. WBOสผn DurattiโœŠ
6
11
249
Jag tรคnker besรถka omrรฅdet som @hawwiijatani tรคnker anordna. Hรคnger du med? xitter.cf/i/spaces/1YxNrbgmnaXxw

3
6
276
DHANGAA TORBANII โ€“ TAP-IN ๐Ÿ“… Friday, Oct 16, 2026 ๐Ÿ• 1:00 PM EST ๐Ÿ•— 8:00 PM Oromiyaa Time ๐Ÿ’ฏ Pro ABO-WBO/QBO โ€” Always and at All Times ๐ŸŽฅ Join the Webinar: us02web.zoom.us/j/8678767113โ€ฆ?โ€ฆ ๐Ÿ”น Webinar ID: 867 8767 1137 ๐Ÿ”น Passcode: 193892 ๐Ÿ“ข Donโ€™t miss this important
2
3
86
. Time Is Up! โœ”๏ธ #11th hr
2
6
1,709
Suuraan itti dhiyyaadha. njifannoo wbo Zoonii Lixaa Guyyaa 20/9/2026 G/w/Lixaa Aanaa mana sibuu ganda Gomboo qilxujaalee iddoo addaa gabaa dafinoo โ˜† #Cibraaan-Sarara-Diimaa itti agarsiiseera.
3
11
686
Z/Har-sadee kibba lixa shaggar aanaa sooddoo daaccii ganda Haroo Hoomaa tarkaanfii WBO'n diina irratti fudhateen AKM 20, PKM 1 f 5 Qacaam
7
19
820
Har'a ganama fuulbana 21,2026 kibba lixa shaggar aanaa sooddoo daaccii ganda haroo hoomaa keessatti tarkaanfii diina irratti fudhatameen kilaashii AKM 20,PKM TOKKO FI MEESHAALEE BIROO DANUU DUGDA DIINAA IRRAA HIIKATTE JIRA. INJIFANNOON UMMATA OROMOOF๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช
2
5
562
Injifannoo WBO zoonii lixaa guyyaa 22/9/2026# buttaa burqaa( WBO godina qellam wallaggaa Aanaa muugii bakka adda sudii jedhamtutii tarkaanfi fudhatee kana fakata oromiyaan biyyaa tokkumman humna keenyaa liqimsi injifannoon kan Uummataa oromootii.
6
8
1,163
"Oromoon bakkuma lama jira; innis mooraa qabsoo bilisummaa Oromoofi mooraa pp ti. Kan kanarraa hafe ammoo warra dallaa irra dhaabbate qilleensa eeggatudha" JM tu jedhe. Deemsikee fuulduratti. Duta sarootaa hin dhaggeeffatin jetti ijoolleen A30-W30dha.
4
15
1,331
๐ˆ๐๐‰๐ˆ๐…๐€๐๐๐Ž๐Ž โ€” ๐…๐”๐‹๐๐€๐€๐๐€ ๐Ÿ๐Ÿ’/๐Ÿ๐ŸŽ๐Ÿ๐Ÿ” WBO Zoonii GG Lixa shaggar Aanaa Amboo ganda Haaruu Xirootti waraan'''ii bilisumma oromoo tarkaanfii fudhateen injifannoo galmeesseera
1
9
19
1,022
10/10/2026 Z. Harsadee injjifannoodha. Gadoochisii irraa hiiki.
1
5
1
17
926
Injifannoo WBO Aanaa ilfataattii yeroo diinaa Kaampii keessaa guksee baasuudha kuni.
1
8
2
19
4,005
๐Ÿšจ OROMIA | WEST SHEWA | INCINNII TWO OROMOS BURNED BY ENDF | PP REGIME FORCES! An appalling act of #brutality & inhumanity. Human beings burned like firewood. WHERE IS HUMANITY? WHERE IS ACCOUNTABILITY? WHERE IS THE WORLD'S OUTRAGE? #Oromia #HumanRights @hrw @UNHumanRights
4
1
5
231
Again burning ๐Ÿ”ฅ ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญalive innocent Oromo in West Shager, Inchinii town Fascist Abiyโ€™s two soldiers taking photos from different angle! #Oromia must be free from these evil doers and the rotten empire! If Fascist Abiy, @AbiyAhmedAli the rotten Ethiopian empire military (ENDF) and Nazi Shimelis adbdissa @@ShimelisAbdisa are not sent to @IntlCrimCourt then who? #Taaten Godina Sh/Lixaa Dirree incinniitti dhala namaa #Abiddaan guban sun waan #Safuuti. Rabbis guyyaa tokko nama gaafachuun isaa hin hafu. #Uummatichi cal jedhee dhaabbatee ilaaluu hin qabu ture. ~Dhuguma taaten sun Waraana bilisummaa Oromoo tasuma raawwatee haamilee hin buusu yoo haamilee jabeesse malee. ~ Gochaa fokkisaa isin gootaniif immoo akka namummaatti heera Uumaa osoo hin cabsin ni argitu. arguufis teessu. Mucaan inni Niqqiluu jedhan Dajanee Kitaabaa jedhamtu sun baga wal beekne ....... ~ Guyyaan waan baayee qabdi....baayes waa jechuurra baayee waa gochuudhuma wayyaโ€ - #Jaal_Barseena_Oromoo @amnesty @hrw @addisstandard @ReutersAfrica @BBCWorld @svtnyheter @svt @redcrosscanada @ReddBarna
5
8
304
Gaaffii fi Deebii Jaal Ibsaa Guutamaa Hogganaa ABO Gadaa Darbee Waliin Taasisne Har'a Galgala Sa'aatii 2:00n Qabannee Isiniif Dhiyaanna!
11
34
1,531
Onk.9/2026 Zoonii GGtti Booji'amtoota Aanaa Amboo Gandaa Haroo xirootti Fulb 24/2026 Lolarrqtti milishoota 10n Boji'amaani fi onk 2/2026 Aanaa Amboo Ganda Dikiitti lola lolameen riphee 4 booji'amte leenjii fi Barnoota barbaachisaa kennuufin gara maatii isaaniitti nagaan geggeeff
1
5
13
897