Sirkaalli Angoo bittaa Dorgomtee Carataa mo’amte kun akmalee na Dinquut jirti. Mo’amuu isii niti beeki. Boohissa Araadaa 🫵
Ethiopian politician in Exile, Lidetu Ayalew is opposing US national interests, Undermining the administration and insulating officials on American soil, Despite the obvious fact that US financing his entire life out of American taxpayers money.
Dhaabbilee Motummaa fi Miti-Mootummaa heddutti CV galfadhe na qacaruu didan jedhe Dr Gadduu Andargachowu BBC irratti.
Imagine, Namichi Muxxannoo hoggansaa haga Ministera Haajaa Alaa qabu.
Nama president Xiramph dabalatee Mootummoota hedduu harka cabbaxee beeku.
Nama PhD qabu.
Bakka hundatti qacarriif Iyyadheen didame gaafa jedhu.
Bro/sis; Nama akkanaa NGO niti, dirijjitiiwwan politikaa fi Sekuritii irratti Hujii gorsaa ( Consultancy) hojjetan Baatiriin barbaadu.
Waan Zarafnetu jira. Isaan Bizinasii mataa keenyaa run tolchina. Akka nurratti hin beekkamne ammoo, T-shirt surree keecha suuqqannee Parking dalagna hin jedhuu?
Istayiliin Aangoo bituu Somaliyaa (Maqa-Dishoo) irraa Copy tolfame. Ogaaden keessa goree jalqaba Moyaale seene. Magaalota Kibba Oromiyaatti yeroo dheeraaf baratamaa ture. Moyaalee calqabee haga Appostoo gahutti, ulaa Daddabarsa Kontee waan ta’eefuu angoon kamuu tola hin kennamu ture. Bessee qabaatteefis hin bittu. Carataa (Calbaasii) fi Dorgommiin firoomaa wassaanyii.
Bara Lammaa Magarsaa, istayiliin kun gara Giddugaleecha Oromiyaatti as Siqxe, Shashamannee, Adaamaa, Sabbata fi Awaday bara lammaas Aangoon Gurgurameera. Keessumaa Kantiibaa Sabbata isa Goobaa tokko ni yaadattan. Ifatti Odeeffata ture. “Return on investment” jedhe moggaasee, nama Gubboo guuruuf ramadatee Hojjeta.
Keecha beekna. Ya saaxilles beeki.
Amma Oromiyaa madadaan Hoodhu-kennii taate.
Kennaa-fudhaa!
Haga Abbaan Gachii isin Awwaarradutti🫵
Sirkaalli Besseen Aangoo bitte madadaan Eebbisiisuu malte.
Itti qàltee nyaachistee, hiyyeechii quufee itti tuttufee eebbisuun dirqama.
Yookan adoo Bessee baastee bitte san shaqqaltee hin deebisiin nyaadhamta.
Abbaan Gachii Cooma Afaanii si darbata.
Ani himeera.
Asmarriq🫵
US state secretary, Marco Rubio highlighted his country’s commitment to fight terrorism. Clear reflection on Ethiopia’s right to reverse Eritrea’s unprovoked aggression to safeguard its sovereignty and territorial integrity 🫵
REDWAN HUSEEN ❓
Namicha kanatu Biheeraawwii Daninnatii oggana.
-Vidiyoon Kuni Ijjannoo Siyyaasa isaa armaan dura ture agrsiisa.
- Qaallichi Marrii Sirkaala teenna Bosonaa fi Motummaa jedduut deemaa ture Fashalsuu keessatti gahee olaanaa akka taphate, Warri marisiises warri mari’ates Ragaa baheera.
- Ammaan Tana Makkuun Moralii fi gahumsa olaanaan, Tumsa Hawaasa addunnaa fi Ummata guutuun dabaalamee erga qajeelee dhabsifamee jira.
- Murteen akka kanaa kan darbu, Gamaggama Mana maree Nageenya biyyoolechaa bu’uura godhatuun, Ogganni siyaasaa (Executives) eega amanee booda.
- Gamaggama Loogiin guutame, Kan haqa lafarra jiruu irratti hin hundaayiin, Ijjannoo siyaasaa qaallichaa kanaa fi isa fakkaatanii akka ta’e ifa jira.
Namichi kun Sabotage jajjabaa Biyya kanarratti raawwataa jira
Jechumaafi 🫵
Badhaatuu Ayyalaa retweeted
The alliance is against the Oromo people. The reason why Ximido should be crushed until it can't survive. This genocidal there is not new. It was said by Fano, Shabia & now by TPLF. The million dollar question is does OLA shares this rhetoric? @OromoAI_BotNet








