
#Cininnadhe_Obseen Bula Malee Agabuu Villaa ijaradhe cooma Muree nyaachuu Dunufadhee hin sobu. #Jaal_Wabii
Joined January 2021
- Tweets1.1K
- Following626
- Followers14.9K
- Likes3K
14/07/2022
Dargaageesii maqaan isaa Dagaaga Faqadee jedhamu kun Guyya har'a magaala Finffinee keessaatti tika Mootuumaa pp tiin Buttaamee jiraa
Dargaagoon kun siyaasaa kam iraa waalaabaa sababuma oromoo ta'eef #Riifeensii isaa Gurgudaateef hiraarfama jiraa .
Kufaatii Impaayera nama nyaataa sanii isa dhumaa daa'imman umriin isaanii waggaa 18 gadii leenjisuun PPn Aangoo irra turuu fedhu.suurri kuni mooraa leenjii RIB Kan Xollaayii irraa fudhatame.sirriitti ilaalaa,warri daa'ima kanaa booda boohuurra.
“Umurii dargaggummaa
Dhiisee ofiif jiraachuu
Fuudhees horadhee ilmaa
Bultiin mana dhaabbachuu…
Ofii kootti waakkadheenii
Siif joora halkaniif guyyaa
Biyyaafi sabakoof jedheenii
Awwaale fedhii kiyyaa..”
❤️💚❤️
Gootichii Waraana Bilisummaa Zoonii Lixaa Humnii Furgaatuun urjii lolaa Godina Wallagga Bahaa Aanaa Haroo Limmuu iddoo bariisoo jedhamtuutti Weerartuu naannoo Amaaraa irraa konkolaataa 40 dhufte; tarkaanfii haxxeen rukkutee 30 battalatti yoo ijjeessu qabatamaatti madoon 22
Wallagga Bahaa aanaa Haroo Limmuu magaalaa Bariisoo
keessatti waraanni shiftaa pp namoota nagaa lama:
Getaachoo Hayilee fi Tamasgeen Itaanee ajjeesan.
Tamasgeen uumamaan nama dubbachuu hin dandeenyee fi
rakkoo sammuullee nama qabudha.















